Guyyaan yaadannoo Gootota Oromoo bara 2014 Biyya UK gaafa Dilbata, Ebla 27, 2014, magaalaa Bolton (Manchester) keessatti qophaawee jira. Orommoo fi firoottan Oromoo biyya UK fi naannootti argamtan akka dhuftanii guyyaa seena qabeessa kana waliin yaadannu kabjaan isin afeerra. Sagantaan qophii guyyaa itti fufee galgalli bashannanaa ni jiraata. Warra fagoo irraa dhuftanii bakka bultii feetaniif […]
↧