FAYISA LEMMA irraa* | Bitootessa 30, 2014 Akkuma beekkamu Finfinnee hardha hafteen nafxanyootaa fi wayyaaneen keesaa iyyitu kana waggaa 128 dura gosa Oromoo kan akka Gulallee, Galaan fi Oromoota biraa malee osoo qorichaafuu barbaadamee habashaan tokko keesatti hin argamu ture. Finfinnees kaansariin hin qabne ture. Qabeenya uumamaanis badhaatuu kan turtee fi lafti ishees bosinaan kan […]
↧