“Oromia Media Network – OMN” Seenaa saba Oromoo keessatti boqonnaa haaraa dha Abdii Boruutiin* Duraan dursee, projektii guddaa akkanaa kana dhugoomsuuf Sabboontotni Oromoo kan asii fi achi dhama’aa turtan fi jirtan; kan beekumsa, dandeettii fi qabeenya keessaniin meediyaa kanarratti hojjechaa turtani fi jirtan; akkasumas uummatni Oromoo kan projektii kana yaadaa fi qabeenyaan gargaaraa jirtan, meediyaan […]
↧