(Qeerroo.org) – Gabaasaa Qeerroo Guraandhala 25 godina addaa Finfinnee Sulultaa irraa addeessuun mootummaan wayyaanee yeroo ammaa ABO qofa osoo hin taanee sodaan isaa miseensotuma isaayyuu shakkuudhaan sodaa keessa galee jira,seelii ABO fi seelii keenya adda baafachuu qabna jedhani labsii labsaa jiru magaalaa kana irratti,kaleessa;guraandhala 24 irraa kaasanii miseensota OPDO kan taam hunda walitti qabuudhaan wal […]
↧