Taammanaa Bitimaa irraa*- DURADUBBII Barreeffamni matadureen isaa: “Stop Clearing Oromo from their Land in the name of boosting economic development – Who will stand for the Oromo’s living on the outskirts of Finfinnee?” jedhamu, kan maqaa “Sabbontoota Oromoo” jedhun, gaafa 11.02.14 mandhee Oromoo “ayyaantuu.com” irratti maxxanfamee baye, akkan ani amma waraqaa tana dhiyeessuuf na kaase. […]
↧