Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Seenaa Gabaabaa Obboo Baqqalaa Nadhii

$
0
0
Tasfaayee Kennaa  Irraa Obboo Baqqalaa Nadhii Ji’a Amajjii bara 1935 Abbaa issaanii Obboo Nadhi Ida’aa fi Haadha issaanii Aaddee Dastaa Birruu Irraa Magaalaa guddittii Finfinnee keessatti dhalatan. Umuriin issaanii mana baremsaaf geenyaan barumsa sadarkaa duraa mana barumsaa Shimallis Habteeti, sadarkaa lammaffaa mana barumsaa Tafarii Mokonon jedhamutti hordofanii xumuran. Barumsa sadarkaa olaanaa Unvarsiitii Qadaamaawwii Hayilasillaasee keessatti […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles