Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Badde Yaa Habashaa!

$
0
0

Habashaa Kan aarsee gube garaa
Jawwar Maammadiin anis nan gargaaraa
Fagoo deemee karaa dheeraa
Aljeeraan qabee isaan waxaleeraa
Tuttuqa keetu nu dammaqsaa jira
Badde Yaa Habasha gudiin dhufeera

Gara sanaan Fidoo Eebbaatu jira
ABO’n keenya lola kunoo jira
Hidhaa diinaa isatu cira
Diinni hin dabartu bira
Hirkoon isaa dhugaa faajjii qabateera
Oromoon mo’uuf guyyaan dhiyaateera
Habashaa maladhu Jawwar murateera

Gama kaaniin Maammad Adamtuu jira
Asiin anuu jira isin gargaaraa
Hin baatu dhabdee karaa
Mala maltii gandarra jooraa
Turi amman mataa ishee koraa
Akka durii miti Oromoon murateera

Taaddasaa Birruu goota salaalee
Argaa habashaa jibbe ijaan ilaalee
Gadheen wajjin nyaate erga itti malee
Maammoo Maazmir dhiisee barumsaallee
Saba barsiisutti kutannoon galee
Gara-jabeessi habashaa fannootti baasee qalee
Gumaan isaa hin haftu ooltee bultullee
Jaalalaan diddee qawwee malee
Biyya koo nan bilisoomsa habashaa qalee

Guddinaa Tumsaa goota Wallaggaa
Oromoon rakkateera firaa kana argaa
Hundumaatti hime firaa fi alagaa
Rakkoo uummata keenya silaa isatu argaa
Osoo nama qabuu Caalaa fi Dagaagaa
Citee hafe kunoo akka margaa
Guddaa akka waaqaa sodaachisaa alagaa
Gaaddisa lammii muree saba kana argaa
Lafee isaaniituu kana dalagaa
Bilisummaan amma habashaa attam taatu egaa

Gufuun buqqisa Oromiyaa keessa deeme
Haftee guboo yoo argite atis natti himimee
Kan isaan qeexxa’anii muranii dame
Irrattan dubbachiisa Baaroo Tumsaa waamee
Goota lubbuu kenne dhugaaf hudhamee
Abiishee garbaa maaliif qoodame
Kana qofaa miti yoon maqaa waame
Hunduu arguuf jirtaam Oromiyaan bilisoomee
Abiishee Garbaa fi Agarii Tulluu
Gootota Oromoo homtuu hin caalu
Xaaliyaanii kan naasisu Oliiqaa Dingiluu
Gabroosachuu warra dhuftee isaa ciibsee qalu
Laggasee Waguu isaa yaabu tulluu
Walala dhugaa haa ba’u inni wal hin caalu
Oromiyaan keenyaa habashaan dhiisee haa galu

Seenaa hin dagannee aannolee harma muraa
Miniinlik harkas muree goodaanisi jira
Teedii Afiroo maal irraa geeraaraa
Isa nuti dhiifnee nu yaadachiisaa jiraa?
Erga jettee kottu dabareen kan keenyaa
Arraba kee murree afaan si keenyaa
Maaliif dhuftee dubbii keenyaa
Caccafaqnee sirra gadi teenyaa
Akka durii miti barrii keenyaa
Si qallee labsina bilisummaa keenyaa

Ani akkakee miti si qaluu hin barbaaduu
Na hin dhiiftuu taanaan ofirra siif hin gaddu
Sanyiin kee haa maseenuu lafa irraa haa badu
Ijii koo si hin argin dhabii waan qabdu
Diina hundaa ta’i firri si haa jibbuu

Oromiyaa irraa nyaattee Oromootti kan maltee
Ani fira jettee biyya keessa galtee
Fuutee hin baatu qabeenya hattee
Callisee si ilaallaan enyuun na seete
Eessa kee lixxaa Oromiyaa bilisoomtee
Ani Oromoodha Itiyoopiyaan narratti fe’amte

Sabaabaru Moonaa (OromiyaaBiyyaaKoo@gmail.com) irraa
Finfinnee, Oromiyaa


Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles