Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Weellistuu Almaaz Tafarraa Isin Yaamaa Jirti

$
0
0
(Oromedia, 17 Amajjii 2014) – Weellistuu Almaaz Tafarraa haala dhukkubsatee tajaajila wal’aansaaf kan oolu gargaarsa lubbuu ishii baraaru akka barbaadaa jirtu gabaafame. Maddeen keenya Oromiayaa Bahaa irraa akak gabaasanitti, Almaaz Tafarraa yeroo ammaa kanatti dhukkuba ulfaataan qabamtee rakkina gudda akeessatti argamti. Baroota dheeraaf Afaan Oromoon weellisaa kan jirtu Artisti Almaaz Tafarraa, seenaa muuziqaa Oromoo keessatti […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles