Hawaasni Oromoo Oslo guyyaa gaafa 31. 12. 2013 jal-bulti bara haaraa qopheessaa jira. Guyyaa kana waliin taanee bara haara akka simannu IHOOn Oromoota hundaaf waamicha godha. Sagantaan guyyaa kana: 1. Gabaasa raawwii bara 2013 2. Qophii ijoollee 3. Irbaata 4. Galgala aadaa Sagantaa galgala aadaa irratti artiistotni Oromoo magaala Oslo jiraatan: 1. Hayiluu Kitaabaa 2. […]
↧