Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

WAAMICHA KABAJAA AMAJJII 1, 2014 – GUYYAA WBO FI WAGGAA HAARAA

$
0
0
Hunda dura baga jaal-bulti kabajaa guyyaa WBO AMAJJII 1 isiin ga’ee jenna. Ayyanota oromoon akka sabaatti kabajatuu keessaa AMAJJIIn 1 Ayyana dacha ta’ee kan kabajamuu ta’uun isaa hundaafuu ifadha, kunis ayyaana waggaa haaraa fi guyyaa seena qabeessa Guyyaa WBO ta’uu isaati. Nutis miseensonni ABO konyaa Gadaa Bilisummaa, Edmenteen akkuma waggaa darbee HAWAASAA Oromoo naannoo waliin […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles