Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Walgahiin Ummataa Magaala Phoenix tti Gaggeessame Milkii Guuddaan Xumurame

$
0
0
Walgahiin ummataa guyyaa 12/08/2013 magaala Phoenix, Arizona tti taa’ame injifannoo guddaan xumurameera. Walgahiin kuun kan qophaahe dargaggoota oromoo Phoenix jiraataniin yeroo ta’u kaayyoon isaas Haawaasa Oromoo haala adda addaan faca’ee turee deebisani ijaarudha. Walgahi kana irratti ummatni heeddumminaan bahee qooda kan irraa fuudhate yeroo ta’u senaa haawaasa Oromoo naannoo kanaa keesatti qophiin guuddaa akkasi qophaahuun […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles