Caayaan Tokkummaa Baqattoota Oromoo Biyya Masrii bara haaraa 2014 keessa bifa haaraan qophii addaa Qophiiwwan bashannanaa fi miira namaa hawwatan Ayyaana WBO kan Amajjii 1, 2014 ilaalchisuudhaan eenyu kan naan mormu jedha. Wallistootaa Oromoo Haaraa kan reefu Daaddeen deemaniis ta’ee Aartistoota Oromoo Beekkamoo keessaas of keessatti Hammatee bifa addaatiin miseensotaa isaa bashanniinsuuf qophii addaarra jira. […]
↧