Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Abdii Boruu:- Yaa’ii Hoggansa Oromoo (OLC) fi Gumii Oromiyaa Addunyaa (GGO)

$
0
0
Lamaanuu Oromoo dha, lamaanuu Oromoof, lamaanuu Oromoon uumaman: Rakkoon jiru maali? Abdii Boruutiin* Akkuma beekamu fi namuu hubachuu danda’u yeroo ammaa mooraa QBO keessatti waan haaraa lamatu mul’atee jira. Isaan kunis Yaa’ii Hoggansa Oromoo – Oromo Leadership Convention (OLC) kan jedhamu fi Gumii Oromiyaa Addunyaa – Global Gumii Oromia (GGO) jedhamee kan dhiyoo kana ijaaramee […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles