Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

VOA: Ob. Faqaadaa Shawaaqannaa Du’an Boqotan

$
0
0
WAASHINGITAN, DIISII – Dur Yunivarsitii Finfinnee keessa barsiisaa kan turan kabajamuu mirga dhala namaaf falmaa fi xinxalaa waa’ee siyaasaa akkasumas hawaasummaa kan ta’an Obbo Faqaadaa Shawaaqannaa umrii isaanii 61tti Wiixata Caamsaa 9 bara 2017 du’an boqotan. Kutaa Meerilaand magaalaa Siilvar Spriing keessatti wal’ansa fayyaa argataa kan turan Obbo Faqaadaan waggootii darban digdamii afuriif sochii mormii […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles