Boruu Barraaqaatiin* Gidduu kana baay’een keenya diina mataa irra nu jiru dagannee walii keenyatti dhagaa darbuudhaan qabamnee akka jirru hin haalamu. Kunis lafumaa ka’ee miti. Nu keessaa namni hoggana qabsoo biyya keessaa fakkaataa ergama diinaa nurratti raaw’ataa ture tokko saaxilamuu isaan wal qabatee ti. Gurmuun siyaasa Oromoo tokko gurbaa faltii diinaa baadhatee deemu san irra […]
↧