KANAAREE GUDDISTI JABBII? – Osuman arguun, beekuun dhiise malee callisee. Kun guddina koo ta’aaree Mucha qofa harkisee. ~~~~ Alkan wal hin arginu Guyyaas nu bobbaasu qophaa. Yeroo Okolee guutuu Elman Anattoo maaltu cophaa? ~~~~ Booree, booqilee jechaa sossobaa helmitanii. Mucha gogaatti gad-nadhiiftu Xiqqoollee hin saalfattanii. ~~~~~ Osoo haati koo na hin nuffiin Isin irraa na […]
↧