Waamicha Ayyaana Irreecha Fulbaana 22, 2013, Lausanne, Switzerland.
Koreen Irreecha qindeestu kan biyya Swiss, baga booqa birraa geesan jechaa, afferraa kabajaa isniif goot.
Guyyaa: 22.09.2013 (Fulbaana 22, 2013)
Bakka: Oucy, Lausanne, Switzerland
Sa’a: 10:00
Kootaa waliin irreeffanaa! Irreechi irree keenya!