Wayyoo obollessa koo
Nan boyyaa qobakoo
Seenan kee ciimadhaa dhigaa koo hadhokoo
Mirga kee falmachuuf demtee biyya fagoo
Debiftee siilatee waaritn olaa koo
Wayyoo obbolessa koo
Maaliifan hinbo’uu nan bo’aa qoba koo (3)
Hinhaaftuu gumaan kee otoo nutty jiruu
Dachadhan debifina gumaan kee hinhaaftuu
Tasfahuun hadho koo yoomi iyyuu nijirta atimaa hindutuu
Atimaa hindunee qabdaa seena gutuu
Huundumtuu ni duunaa dutti siila hinoltuu
Tasfahuun hadhoo koo gumaan kee hinhaftuu (3)
Iyyaa nuuf dabarssa obbolaan dhumanii
Hadha harmaa muraani abba harkaa kutani
Bektoota biyya ari’ani hiyessa fixanii
Maaliif hinkutanuu hangaa yomii tenyaa
Laafaraa nuuf fixixuufii warri diina kenyaa
Siilaa dutti hinoluu maaluuma sodana
Kunno nu ajeftti seentee mana kenyaa
Maaliif hinkutanuu maalumaafi tenyaa
Gotaa kenyaa gudaa Tasfahuun Camadaa
Dhigini issa lola’e kunno akka tassa
Caalisnee ilaala Tasfahuun Camadaa
Ya ilmaan oromo bilisumaaf dunaa (3)
- E.G.