Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Gammadoo Jamaal (Filmmaker):- Waa’ee Maastar Pilaanii Finfinnee

$
0
0
Gammadoo Jamaal irraa* Erga nagaya dhabnee bubbullee jirra. Garuu nageenyi hundee aadaa keenyaa waan ta’eef nagaa isin gaaffachuu hin dhisu. Nuti ummanni Oromoo ummata nagayaa, saba isaatiif ta’ee kan ollaa isaatiif waaqa isaa kadhatee jiraatu male ummata biyya isaa shororkeessuu miti. Dargaggoonni Oromoo boru baratanii gabrummaa jalaa nu baasan jennee abdannu yeroo ammaa kanatti harka […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles