Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

VOA: Maqaa Maastar Pilaaniin Eenyummaa Uummata Oromoo Dhabamsiisuun Haa Dhaabatu Jedhu Momitoonni

$
0
0
Namoo Daandii | VOA WASHINGTON DC – Paartiin mormituu, Kongireesiin Federaalawa Oromoo (KFO/OFC), xalayaa gaaffilee ijoo afur of keessaa qabu, Muummicha-Ministaraa Itiyoophiyaa – Obbo Haayila-Maariyaam Dassaalenyitti barreessee, waraabbii yokaan kophii isaa Mana-maree Bakka-bu’ootaa Itiyoophiyaa, Mana-maree Federeeshinii Itiyoophiyaa fi Mana-maree Bakka-bu’ootaa yokaan Caffee Oromiyaatti erguu isaa dubbata. Dura-taa’aan Paartichaa – Dr. Mararaa Guddinaa, qabiyyee xalayichaa ennaa […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles