Namoo Daandii | VOA WASHINGTON DC — Labsii Lakkoobsa 65/1995 ka magaalota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Hundeessuuf bara 2003 bahee ture irra-deebiin fooyyessuuf jechuudhaan, Caffeen Oromiyaa, dhiheenya kana labsii haaraa baasee irratti ka mari’ate – walga’iin tokko, Dilbata dabre, gaafa Onkoloolessa 18, bara 2015, paartii momituu, Koongiresa Federaalawa Oromootiin (KFO/OFC) geggeessamee jira. Miseensonni mana-maree Oromiyaa haarawa […]
↧