Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Walgahiin Hawaasa Dubartoota Oromoo fi Hawaasa Dubartoota Afrikaa Biyyoota 16 Irraa Walitti Dhufan Magaalaa Guddoo Biyya Masrii Kaayiroo Keessatti Geggeeffame Milkiin Xumurame

$
0
0
(SBO) – Onkoloolessa 15, 2015 magaalaa guddoo Masrii Kaayiroo keessaa bakka Opera jedhamutti walgahiin Dubartoota Afrikaa fi Dubartoota Oromoo hirmaachise sirna miidhagaa ta’een geggeeffamaa ture milkiin xumuramuu odeessi nu gahe ifa godha. Ajandaa walgahii kanaa keessaa tokko kan ta’e miidhamnii fi cunqursaan dubartoota Afrikaa fi Oromoo irra gahaa jiru hawaasni addunyaa akka hubatuu fi furmaatni […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles