Nuu fi Isaan (Oromoo fi Koloneeffataa) Ibsaa Guutama irraa* | Onkoloolessa 2015 Atoo Sarbaa hin qabduu sarbaa millaa hin qabduu maaliin lafa dhiittaa yaa abbee? Atoo gamtaa hin qabduu gamtaa dhiiraa hin qabduu maaliin nama miitaa ya aabbee?”* Roorroo koloneefataa hammaa bahaa kan yaaliin seenaa, aadaa, afaanii fi dudhaa Oromoo balleessuuf godhame dabalatutu qabsoof ummata […]
↧