Jaallannee Gammadaa | VOA WASHINGTON DC — Obbo Dabbasaa Guyyoo ykn Abbaa Liiban jedhamuun beekamu. Biyyoota Awuroopaa, Eshiyaa, Amerikaa fi Ardii gara garaa irra adeemuun argaa-dhageettii, seenaa akkasumas waa’ee Gadaa barsiisuun beekamu. Naayrobii keessaa eessa buuteen isaanii eega dhabamee torban lama caalee jira. Obbo Dabbasaa Guyyoo Fulbaana 27 bara 2015 Nayroobii keessatti qophii Irreechaa kabajaa […]
↧