Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Jawar Mohammed:- Xinxalaa – Labsii ‘Magaalota Oromiyaa’ fi ‘Maastar Pilaanii Finfinnee’

$
0
0
Jawar Mohammed irraa* Labsiin** Magaalota Oromiyaa Dhaabuuf jedhamee dhihaate Caffeen marii gabaabduu booda ibsa gahaafi jijjiirama tokko malee dabarsitee jirti. Labsiin kun Maastar Pilaanii Finfinnee hojirra oolchuuf seeraan hayyame jechuudhaa? Ifatti hin hayyamne. Garuu Maastar Pilaanii bira dabree dantaa Oromoofi Oromiyaan magaalota irraa qabu miidhuuf karaa guddaa bane. Akka armaan gadiitti laalla. Labsiin kun Maastar […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles