Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

SBO: Hoongee fi Gogiinsa Oromiyaa Keessaa Lammiilee Hubaa Jiru …

$
0
0
Gabaasa Sagalee Bilisummaa Oromoo Impaayera Itoophiyaa keessatti imaammata dabaa murni Wayyaanee hordofaa jiru irraa kan kahe hoongee fi gogiinsi uumame lubbuu lammiilee fi beeyladaa balaa ulfaataaf saaxilaa jira. Keessumaa ammoo dacheen Oromiyaa jiidhinaa fi badhaadhinaan beekkamtu imaammatuma gartuu abbaa irree kanaatiin ontee fi gogdee lammiileen kumootaan nyaata dhabuun leeccalloo isaaniis hurgufatanii hiraara argaa jiru. Mootummaan […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles