Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

SBO: Gaazzexeessituu Magartuu Lammii koolugaltummaa gaafatee

$
0
0
Media mootummaa Wayyaaneen to’atamuu fi harka egamtoota isaatti argamu TVO jedhamu irra hojjechaa kan turte Gaazzexeessituu Magartuu Lammii sirnicha waliin hojjechuu lagachuun biyya alaa dhaqxetti koolugaltummaa gaafachuu ishee SBOn mirkaneesse Maddi Oduu SBO Torontoo Kaanaadaa irraa har’a Fulbaana 27, 2015 akka hubachiisetti TVO, kan ummatni TV.qonnaa ykn TV. A. Duulaa jechuun yaamu, sirna Wayyaaneen to’atamuu […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles