Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

SBO: Jila Qondaalota OPDO Waliin Gara Biyya Neezarlaandis Kan Deeman Hoji-gaggeessaan Dhaabbata Tajaajila Bishaan Dhugaatii Magaalaa Bushooftuu, Obboo Ibsaa Darasuu, Mootummaa Wayyaanee Lagatanii Biyya Alaatti Hafuudhan Qabsoo Bilisummaa Oromoo Keessatti Qooda Lammummaa Bahachuuf Murteessuu Beeksisan

$
0
0
(SBO) – Jila ergamtoota Wayyaanee hogganoota kaabinee OPDO sadarkaa Naannoo, kantiibota magaalotaa fi hoji-gaggeessitoota dhaabbata Bishaan dhugaatii of keessaa qabu waliin, Kaampaanii bishaanii biyya Neezarlaandis keessa jiru daawwachuu kan jedhuu fi ergama biraa dhoksaan qabatee Fulbaana 1 bara 2015 gara Neezarlaandis imale waliin deemuu isaanii Obboo Ibsaa Darasuu yaada Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO)f kennaniin addeessan. […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles