Baga jalbultii guyyaa Ayyaana Irreessaa nagaan geessan! Ayyaanni Irreessaa Fulbaana (Sept.) 26, 2015 London keessatti sirna ho’aan waan kabajamuuf akka irratti argamtan irra deebiin yaadachiifna. Guyyaa kana nyaataa fi dhugaatiin gatii muraasaan dhihaata. Muuziqaa fi sirbi aadaas ni jiraata. Haga danda’amutti uffata aadaa uffachuun barbaachisaa ta’a. Guyyaan: 26/09/2015 Sa’atiin: 11:30 wd- 2:00wb Bakki: Hamstead Heath […]
↧