(SBO) – Maastar Pilaanii Finfinnee Oromiyaa cicciruu fi ummata Oromoo qe’ee isaa irraa buqqaasuuf mootummaa wayyaaneen karoorfame bara haaraa Habashootatti hojii irra akka olfamu sirnichaan dhaadatamuun wal qabatee mormiin ummata Oromoo irraa yeroo lammaffaaf akka ka’aa jiru bal’inaan mul’achaa wayta jiru kanatti, mootummichi sabboontota Oromoo ummataa fi barattoota qindeessanii na irratti kakaasaa jiru kan jedhuun […]
↧