Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

SBO: Obbo Daawiit Indaaluu Galataa Sirna Wayyaanee Ganan

$
0
0
(SBO) – Dhaabbata Dizaayinii Fi Tohannoo Hojiiwwan Bishaanii Oromiyaa Keessatti Abbaa Adeemsa Hojii Qorannoo Itti Fayyadama Lafaa Fi Qorannoo Naannoo Kan Ta’an Obbo Daawiit Indaaluu Galataa Mootummaa Wayyaanee Lagachuun Awustiraaliyaatti Koolgaltummaa Gaafatan. Hojiilee Teeknikaatiif jila ergamticha Wayyaanee Pirezdaantii naannoo Oromiyaa ti jedhamu, Muktaar Kadiriin durfamutti makamuudhaan Awustiraaliyaa kan dhaqan Obbo Daawiit Indaaluu Taasisaa Galataa cunqursaa […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles