Camadaa Hundee irraa* Weerara Minilikiin dura abbaa biyyaa kan turan ilmaan Oromiyaa naannoo finfinnee gosa Abbichuu, Eekkaa, Gullee fi Galaan kan jedhamuun beekamu ture. Bulchitootiin naannoo kana kan turaanii fi kan minili galaafate keessaa yaadannoodhumaaf jecha kan akka (Tufaa Munaa, Duulaa, Jimaa Jaatanii, Guto Waasarbi, Jimaa Tiksee, Abeebee Tufaa, Waaree Sullee, Tufaa Araddoo, Mojoo Boxoroo […]
↧