Baarentuu Gadaa irraa* Maastar pilaaniin Finfinnee naannwa Finfinnee walitti makuuf qophaawee ture dhiiga sabboontoota lammiif lubbuu isaanii dabarsanii kennaniin akka hojiirra hin oolle yeroofis ta’u uggurameera. Gootonni, sabboontoonni, barattoonni dargaggoonni Oromoo ofii dhumanii kaayyoon Wayyaanee akka galma hin geenye taasisaniiru. Shira wayyaanonni Oromoo lafa isaarraa buqqisanii ofiif irra qubachuuf shiran yeroon itti dammaquun battala sanitti […]
↧
Baarentuu Gadaa:- Wayyaaneen Maqaa Maastar Pilaanii Jedhuun Ajjeechaa 2ffaa Nurratti Labsuuf Jirti
↧