Cunqursaa sirna wayyaanee dhabamsiisuudhaan bilisummaa, walqixxummaa, haqaa fi mirga dimokraasii Ummatoota Itoophiyaa keessa jiranii dhugoomsuuf dhaaboleen siyaasaa mirga ummata isaaniif dhaabbatan, jaarmayaaleen siiviikii fi lammiileen hundi walii tumsuun falmaa finiinsuun murteessaa tahuu, dura taa’aan Sochii Bilisummaa Ummata Gaambeellaa (GPLM) Obboo Okkeeloo Ukkidii Ubaang gaafii fi deebii Sagalee Bilisummaa Oromoo waliin taasisaniin ibsan Obboo Okkeeloon gaaffii […]
↧