Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Irreecha Birraa | Oromo Thanksgiving | Amsterdam, The Netherlands | Oct. 3, 2015 – Waamicha Kabaja Ayyaana Irreechaa Amsterdaam kan bara 2015

$
0
0
Jaallatammoofi Kabajamoo Ilmaan Oromoo biyyoota Awuroppaa keessa jirattan hundaaf! Hunda dura nagaan keenya kabajaa fi ulfinaa isiin haaga’uu jechaa, Koreen Gumii Irreechaa gidduu gala Awurooppaa, Onkloolessa 3, 2015, Magaalaa Amsterdaamitti ayyaana irreechaa haala ho’aan kabajuudhaaf, qophii keenya xumurreerra. Kanaafuu Sagantaa kana irraa akka qooda fudhaatan gammachuun isiin affeerra. Guyyaa seena qabeessa kanarratti tokkuummaan walitti dhufnee, […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles