(SBO) – Abdii fi Gaachanni Ummata Oromoo WBOn Godina Baha Oromiyaa keessa sossohu tarkaanfii humna diinaa irratti fudhatu jabeessee kan itti fufe oggaa ta’u, Hagayya 27, 2015ttis Dhiha Harargee keessaa karaa guddicha Hararii fi Finfinnee walquunnamsiisu naannoo Hirnaa bakka Kaarra Garbuu ykn Hulaa Cufaa jedhamee beekamutti loltoota Wayyaanee konkolaataa ORALii meeshaa waraanaa ZU baadhatee deemu […]
↧