Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

ABOn Hunma Oromoo; Oromoon humna ABO ti – Hawwaasa Oromoo Ayelaand

$
0
0
Hawwaasini Oromoo Biyya Ayerlaand jiru guyyaa keleessaa gaafa 22/08/2015 Guyyaa Aadaa Oromoo bar 2015 yeroo kabajatetti haala nama gammachiisuu fi boonsuun gumaachaa maallaqaa ABOf gumaacheera. Guyyaan Aadaa Oromoo biyya Ayerlaanditti lammiiwwaan Oromoof saboblammiiwwan adda addaa bakka jiranitti waggaa waggaan kabajamaa tureera. Akkuma kanan bara kanas yeroo guyyaa kanaa lammiiwwan Oromoo ABOn humna keenya waan taeef […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles