Korri gamtaa 3ffaa kutaalee ABO Awurooppaa fi mariin hawaasaa kan Miseensonni koree hoji rawwachiistuu, Miseensonni Gumii Saba ABO irraatti hirmaatani adoolessa 24 fi 25 bara 2015 biyya Sweden, magaalaa Stockholmi keessatti gaggeeffame milkiin xumurame. Korri miseensotaa fi mariin hawaasaas kan eegale, eebba Manguddoo Oromoottin ergaa tahee booda, faaruu Alaabaa Oromoo farfachuun akkasumas, Jaallan QBO irratti […]
↧