Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

AFEERRAA IRBAATAA: Oromoo, Firoottan Oromoo Londonii fi Naannoo Jirtan Maraaf (Hagayya/August 15, 2015)

$
0
0
AFEERRAA IRBAATAA Oromoo, Firoottan Oromoo Londonii fi Naannoo Jirtan Maraaf, Gaafa Hagayya (August) 15, 2015 saa’a 3:00-9:00pm Qophii Irbaataa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) irratti argamtanii akka bashannantanii fi qabsoo mirga ummata Oromoof godhamu tinnistan kabajaa Oromummaantiin afeeramtaniittu. Akeekni qophii kanaa WBOn mirga Oromoof dhiiqaa fi lubbuu baasaa jiruuf tumsuuf ta’a. Guyyaa kana qophileen nama bashannansiisan […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles