Ibsa ABO … (the Amharic version is given below). —- Ibsa Tarkaanfii Waraanaa ABO Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO)n Humna Diinaa Magaalaa Harar Irraa KM-20 Qofa Fagaatee Ona Fadis Naannoo Bokkoo Bakka Bobbaasaa Jedhamu Qubatee Ture Barbadeesse. Loltoota Diinaa 28 Olis Hojiin Ala Taasise. Irree fi Gaachanni Ummata Oromoo WBOn, bilisummaa ummata Oromoo fi walabummaa Oromiyaa […]
↧