Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Waamicha Marii Hawaasa Oromoo Biyya Awurooppaa: Stockholm (Adoolesaa 25, 2015)

$
0
0
Mariin Hawaasa Oromoo Biyyaa Awurooppaa gaafa Adoolesaa 25, 2015, biyya Sweden magaalaa Stockholmitti gaggeeffama. Kanaaf, Hawaasni Oromoo Biyya Awurooppaa jiraattani hundi akka irratti hirmaattani kabajaan isin afeerra. Galgala isaa ammoo artistoota Oromoo bebbeekamoo waliin bashannanama. Bakka/Teessoo: Husby träff, Edward Griegsgången 9, Kista, Stockholm. Nagaan kootta!

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles