Gabaasa Qeerroo – Waxabajjii 16, 2015 – Finfinnee FDG dura dhaabbachuuf mootummaan Wayyaanee poolisoota isaa naannoo Finfinnee kutaa magaalaalee garagaraatti leenjii kennaa jira. Madda oduu Qeerroo Finfinnee Kutaa Magaalaa Gullallee irraa Waxabajii 16, 2015. Torbee fi erga filannoon kijibaa darbee qixa garagaraa fi godinaalee akkasuma dhaabbilee barnootaa keessatti humna waraanaa kan ramade FDG finiina jiru […]
↧