Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Seenaa Abdissa:- Waa’ee Dr. Mararaa Guddinaa Kana Beektuu Laata?

$
0
0
Seenaa Abdissa irraa | Facebook Dr. Mararaa Guddinaa Adoolessa 5, bara 1956 Lixa Shaggar magaalaa Tokkee Kuttaayeetti dhalatanii guddatan. Ijoolummaa isaanii irraa jalqabee Waan isaaniif hin galle cimsanii Gaafachuu fi Waan sammuun isaanii hin fudhanne hunda Mormuu isaanii irraan kan ka’e Maatii isaanii fi namoota naannoo biratti maqaa masoo (nickname) “Didaa” jedhamuun beekamu. Oromoota muraasa […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles