(Sagalee Bilisummaa Oromoo/SBO – Caamsaa 30, 2015) – Irree fi Gaachanni Ummata Oromoo WBOn Zoonii Kibba Oromiyaa keessa sossohu haleellaa humna diinaa irratti fudhatu jabeessee itti fufuun Caamsaa 30, 2015tti bari’u magaalaa Moyyaalee ganda 02 keessatti kan argamu mooraa Gumrukaa bakka waraanni Wayyaanee maadheffatee jiru haleeluun yo xiqqaate loltoota diinaa 17 ol hojiin ala gochuu […]
↧