Namoo Daandii | VOA WASHINGTON DC — Itti-aanaa Dura-taa’aan Kongiresa Federaalawaa Oromoo obbo Baqqalaa Garbaa fi waahiloonni isaanii, eega torban tokkoo ti as Oromiyaa gama Dhihaa keessatti duula filannooo geggeessaa turan, kaleessa Baddalle keessatti humnoota waraana Federaalaatiin qabamanii, reebichi fi hidhaan isaan mudachuu dubbatanii jiran. Akka Baqqalaa Garbaa jedhanitti, kaleessa magaalaa Naqamtee irraa ka’anii, Baddallee […]
↧