Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Qabsoo Bilisummaa Oromoo Haala Gaanfa Aafrikaa Ammaa Keessatti: Akkamitti Rakkoolee Nu Muudatan Jalaa Ba’uu Dandeenya?

$
0
0
(OromoPress) – Ummata Oromoo bal’aa, HD ABO Jaal Daawud Ibsaa, Jaal Dhugaasaa Bakakkoo, Jaallan dirree lolaa jirtan, Qeerroo bilisummaa akkasumas firoottaniif deeggaroonni ummata Oromoo, dursee baga Guyyaa Gootota Oromoo kan 2015tiin sin gahen jedha. Guyyoota Oromoon ayyaaneeffatu/yaadatu keessa guuyyaan GGOn guyyaa guyyaawwan caaluuufi guyyaa kabaja olaaana qabu. Ummanni of kabajuufi mirga ofii barbaadu kamuu gootota […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles