Baarentuu Gadaa irraa* Mee seenaa Habshootaa keessatti bara kam …? eenyurraa eenyutti Angoon karaa nagahaa darbee beeka …? Seenaa isaanii keessa kan jiru.. kan beekamu … aangoof jecha ilmi abbaa ajjeesa, abbaan ilma ajjeesa, niitiin dhirsa ajjeesti, dhirsi niitii ajjeesa. Kan seenaa isaanii keessatti beekamu aangoof jecha yoo Obboleessi, obboleessa ajjeesu, yoo lammiin lammii ajjeesuu, […]
↧