Caamsaa 11, 2015 – Gabaasa Qeerroo Naqamtee Wayyaaneen filmaata sobaa dhufutti uummati Oromoo narratti ka’a sodaa jedhuun kan baarage guyyaa har’aa Caamsaa 11, 2015 sa’aatii saddeetii hanga kudhaniitti barattoonni Yuunivarsiitii Wallaggaa FDG narratti qindeessu sodaa jedhuun deeppoo magaalaa Naqamteetti argamu keessatti wal ga’ii caasaa basaastotaa geggeesse. Qaamni Qeerroo caasaa mootummaa keessaa fi kan magaalaa Naqamtee […]
↧