Boruu Barraaqaa irraa* Namni marqa jaalatu akka kootii tokko barruu kana mammaaksa marqaatiin yoo jalqabu hancuufatu afaan guuta. Eeyee! Marqi nyaata aadaa Oromoo ti. Ho’aatti nyaatama. Xiqqoo qabsoo waliin qabuu gaafata. Qabsoo sin liqimsaa fi nan liqimsituudhaa. Dhuma irratti maraqatu moohama. Hangamuu yoo gube afuufamee qabbaneeffamee liqimfamuun isaa waan hin oolle taha. Dubbii kaaneefitti haa […]
↧