Malkaa Seenaa irraa* Akka warra amoolee san “Ofiif jettu mi’aawi anaaf jettu bushaawi” waliin jennee wal hin dhiifnu. Hamtuu irraa wal deebisaa, dogoggora wal qajeelchaa, toltuuf wal faarsaa waliin jiraanna. Nutu kan waliiti. Nutu maqaa addaa addaan wal waama malee ormi maquma tokkoon nu waama. Akkuman mata duree barruu kanaa irratti kaa’uuf yaaletti dhaloota qubee […]
↧